C-Cloud Ecosystem

CPC TECHNOLOGY

Digital System Ownership & Modular Solutions

C-Cloud Digital Modular Card

CPC Modular Card Ecosystem

Kaardii kun tajaajila kaffaltii qofa miti; Digital Modular Card dha. C-Cloud irraattii program godhamee, sirna dijitaalaa iddoo tokkotti isiniif dhiheessa. Kun furtuu keessan isa jalqabaa gara addunyaa "System Ownership" ittiin lixxani dha.

Workstation Software & AI Integration

C-Cloud irraa software hojii ittiin raawwattan (Digital Workstation) isiniif bana. Iddoo jirtanitti koodii barreessuuf, AI fayyadamuufi hojii pirofeeshinaalii hojjechuuf meeshaa guutuu dha.

CPC Workstation Software

Rental & Property Marketplace

CPC Marketplace

Kiraayii manneenii, meeshaaleefi qabeenya (Property) bituufi gurguruuf sirna amantii qabu. Hunduu C-Cloud irratti pirograamii waan ta'eef, ragaa qulqulluu fi saffisa olaanaadhaan raawwatama.

Digital Profile & Job Platform

Eenyummaa (Identity) keessan C-Cloud irratti ijaaraa. AI-n keenya dandeettii keessan irratti hundaa'uun hojii isiniif malu Job Platform keenya irratti isiniif dhiheessa.

Digital Job Portal

The CPC Business Network

Empowering digital assets, community leadership, and ownership-first ecosystems across Shaggar and beyond.

Agent Node Network

Node-oota hojii raawwachiiftuu tajaajila addunyaa dijitaalaa naannoo hundaatti geessan.

C-Merchant Group

Daldaltoota 400 ol ta'an kan sirna "1/9 48" kanaan qindaa'anii guddinna waloo uuman.

Connect with CPC Communities